Ayyaana sooma hiikaa (Eid al-Fitr) guyyaa har'aa kabajamu kana sababeeffachuun guyyaa sadiif waraanni akka dhaabatuuf UN, USfi biyyoonni biroo qaamolee wal waraanan irratti dhiibbaa gochaa jiru.
Pirimiyeer Liigiin Ingilizii bara dorgommii 2021/22 guyyaa har'aa xumura argata. Wantoonni ijoo eegaman kunooti. Waancaa Pirimiyeer Liigichaa eenyutu kaasa? Maanchistar Siitiimoo Liivarpuul?