አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 18/ 2018 ዓ/ም፡– የአለም አቀፍ የፍትህ ፕሮጀክት (WJP) ዛሬ ባወጣው የ2025 የሕግ የበላይነት መረጃ ጠቋሚ መሠረት ኢትዮጵያ ከ143 አገሮች… ...
አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 18/ 2018 ዓ/ም፡– የአለም አቀፍ የፍትህ ፕሮጀክት (WJP) ዛሬ ባወጣው የ2025 የሕግ የበላይነት መረጃ ጠቋሚ መሠረት ኢትዮጵያ ከ143 አገሮች… ...
Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2025: Itoophiyaan yeroo ammaa kana wal caalmaan gama diinagdeen mullatu hamaa agarsiisaa jirti; sirni kun sirna humni siyaasaa gama badhaadhina diinagdeetti jijjiiramudha.
Finfinnee, Onkoloolessa 03, 2025: Mootummoonni Itoophiyaa fi Faransaayi walta’iinsa Gamtaa Awurooppaa fi dhaabbilee faayinaansii Awurooppaa adda duree waliin har’a Sadaasa 03, bara 2025 Paarisitti ...
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2025: Kamisa har’aa kana Taanzaaniyaan qunnamtii toora interneetii cufuun ishee gabaafamee jira; kunis filannoo biyyaalessaa biyyattiin wal qabatee hookkara uumameen ta’uun ...
Finfinnee, Onkololeessa 07, 2025 : Saafaariikoom Itoophiyaan bara baajataa 2024 doolaara Ameerikaa miliyoona 300 fi miiliyoona 25 yoo kasaaru, kunis galii dhaabbatichi waggatti argatu doolara ...
Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo ganda Qondaalaatti Kamisa darbe haleellaa hidhattoonni Faannoo namoota nagaa irratti raawwataniin daa’ima ji’a ja’aa dabalatee lubbuun namoota 16 ...
Finfinnee, Amajjii 05, 2024 – Mootummaan Keeniyaaa ajajaa humna deegarsa saffisaa Mohaammad Haamdaan Daagaaloo “Heemeeti” simachuu hordofee Keeniyaatti ambaasaaddara ishee… ...
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2025: Walitti bu’iinsi kan itti fufe naannoo Amaaraatti ammas Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Shawaa Roobiititti Hoogganaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa magaalattii Obbo ...
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Waxabajjii 29, 2024 – Waaqeffattoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti tibbana hidhaman gadi lakkifamanis reebichiifi doorsisni itti… ...
Finfinnee, Waxabajjii 14/2025 – Haala yeroo Itoophiyaa irratti hayyoota siyaasaa fi waraanaa irraa mirkaneessi laatamuus, biyyattiin haala murteessaarra jirti. Walitti bu’iinsi naannoo Oromiyaa fi ...
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2025: Pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqi marii guyyaa shaniif ganama kana Masirii kan deeman yoo ta’u kunis affeerraa Pirezidaantii Masirii Abdil-Fattaah Al-Siisii ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results