አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 18/ 2018 ዓ/ም፡– የአለም አቀፍ የፍትህ ፕሮጀክት (WJP) ዛሬ ባወጣው የ2025 የሕግ የበላይነት መረጃ ጠቋሚ መሠረት ኢትዮጵያ ከ143 አገሮች… ...
አዲስ አበባ፣ ጥቅምት 18/ 2018 ዓ/ም፡– የአለም አቀፍ የፍትህ ፕሮጀክት (WJP) ዛሬ ባወጣው የ2025 የሕግ የበላይነት መረጃ ጠቋሚ መሠረት ኢትዮጵያ ከ143 አገሮች… ...
Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2025: Kamisa har’aa kana Taanzaaniyaan qunnamtii toora interneetii cufuun ishee gabaafamee jira; kunis filannoo biyyaalessaa biyyattiin wal qabatee hookkara uumameen ta’uun ...
Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2025: Itoophiyaan yeroo ammaa kana wal caalmaan gama diinagdeen mullatu hamaa agarsiisaa jirti; sirni kun sirna humni siyaasaa gama badhaadhina diinagdeetti jijjiiramudha.
Finfinnee, Onkoloolessa 03, 2025: Mootummoonni Itoophiyaa fi Faransaayi walta’iinsa Gamtaa Awurooppaa fi dhaabbilee faayinaansii Awurooppaa adda duree waliin har’a Sadaasa 03, bara 2025 Paarisitti ...
Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo ganda Qondaalaatti Kamisa darbe haleellaa hidhattoonni Faannoo namoota nagaa irratti raawwataniin daa’ima ji’a ja’aa dabalatee lubbuun namoota 16 ...
Finfinnee, Amajjii 05, 2024 – Mootummaan Keeniyaaa ajajaa humna deegarsa saffisaa Mohaammad Haamdaan Daagaaloo “Heemeeti” simachuu hordofee Keeniyaatti ambaasaaddara ishee… ...
Finfinnee, Onkoleessa 30, 2025: Amineestii Internaashinaali haleellaa qileensaa Ameerikaan kaaba-lixa Yaman Sa’adaa irratti baatii Eebla 2025 keessa raawwatte kan godaantota Itoophiyaa hedduu ajjeesee ...
Finfinnee, Onoleessa 30,2025: Gamtaan Awurooppaa fi Itiyoophiyaan Karoora Hojii bara 2025f waliigaltee faayinaansii mallatteessan, kunis walta’iinsa waggoota 50f taasisan keessatti milkaa’ina guddaa ...
Finfinnee, Onkololeessa 07, 2025 : Saafaariikoom Itoophiyaan bara baajataa 2024 doolaara Ameerikaa miliyoona 300 fi miiliyoona 25 yoo kasaaru, kunis galii dhaabbatichi waggatti argatu doolara ...
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Waxabajjii 29, 2024 – Waaqeffattoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti tibbana hidhaman gadi lakkifamanis reebichiifi doorsisni itti… ...
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2025 : Bara 2025 keessa hammii hiyyummaa Itoophiyaa, kan bara 2016 dhibbeentaa 33 ture, bara 2025 keessa dhibbeentaa 43’tti akka olka’uu malu madaalliin haaraa Onkololeessa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results